Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa!

Barreeffamni kun akkamitti michuu Waaqayyoo akka taatu si gargaaruuf kan qophaaʼe dha.

BARUMSA 1

Waaqayyo Michuu Isaa Akka Taatu Si Afeereera

Namoonni addunyaa mara irratti argaman michuu Waaqayyoo taʼuu dandaʼaniiru. Atis michuu Waaqayyoo taʼuu ni dandeessa.

BARUMSA 2

Waaqayyo Michuu Hundarra Caalu Siif Taʼa

Inni gammachuu fi tasgabbii akka argattu si gargaara.

BARUMSA 3

Waaʼee Waaqayyoo Barachuu Qabda

Kunis wanta inni jaallatuu fi jibbu beekuuf si gargaara.

LESSON 4

Karaawwan Waa’ee Waaqayyoo Itti Barattu

Waaqayyo wanta kanaan dura godhe,amma gochaa jiruu fi wanta gara fuulduraatti raawwatu akka beeknu godheera.

BARUMSA 5

Michoonni Waaqayyoo Jannata Keessa Jiraatu

Jannanni akka addunyaa amma keessa jiraannu kanaa hin ta’u. Maal Fakkaatti?

BARUMSA 6

Yeroo Itti Lafti Jannata Taatu Dhihaateera!

Mirkanaa’oo ta’uu kan dandeenyu akkamitti?

BARUMSA 7

Seenaa Bara Durii Akeekkachiisa Nuu Ta’u

Seenaan Kitaaba Qulqulluu waa’ee Nohi ibsu yeroo har’aa nuuf hiika maalii qaba?

BARUMSA 8

Diinonni Waaqayyoo Eenyufa’i?

Diinota kan adda baastee beekuu fi gowwoomfamuu irraa of eeguu dandeessa.

BARUMSA 9

Michoonni Waaqayyoo Eenyufa’i?

Namoonni kaan waa’ee Yihowaa maal akka beekan barbaadu?

BARUMSA 10

Amantii Dhugaa Beekuun kan Danda’amu Akkamitti?

Amantii dhugaa adda baastee beekuuf wantoonni si gargaaran hedduun jiru.

BARUMSA 11

Amantii Sobaarraa Fagaadhu!

Amantii sabaa beekuu kan dandeessu akkamitti? Amantiin sobaa gadhee kan ta’e maaliifi?

BARUMSA 12

Yommuu Duunu Maal Taana?

Kitaabni Qulqulluun yaada ifa ta’e qabateera.

BARUMSA 13

Ayyaana Heduufi Qoricha Namatti Gochuun Cubbuudha

Waaqayyo kan isaan balaaleffatu maalifi?

BARUMSA 14

Michoonni Waaqayyoo Wanta Gadheerraa Ni Fagaatu

Gochawwan Waaqayyo jibbu tokko tokko kam fa’i?

BARUMSA 15

Michoonni Waaqayyoo Waan Gaarii Hojjetu

Hojiiwwan gaariin michoota isaa akka taanu nu gargaaran tokko tokko kam fa’i?

BARUMSA 16

Jaalala Waaqayyoof Qabdu Argisiisi

Michuu kee wajjin jiraachuuf, isaa wajjin haasa’uu, isa dhaggeeffachuu fi warra kaanitti waa’ee isaa wanta gaarii dubbachuu qabda. Michuu Waaqayyoo ta’uunis akkana gochuu gaafata.

BARUMSA 17

Michoomakee Eeguuf, Michuu Gaarii Taʼuu Qabda

Waa’ee Waaqayyoo caalaatti barachaa yommuu deemtu isaaf jaalala guddaa ni qabaatta.

BARUMSA 18

Barabaraaf Michuu Waaqayyoo Ta’i!

Jireenyi bara baraa kennaa guddaa Waaqayyo michoota isaatiif kennu dha.