Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
Sagantaa Walgaʼii Naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2020 ‘Yeroo Hundumaa Gammadaa’! jedhamuuf qophaaʼe.
Jimaata
Sagantaan Jimaataa Filiphisiyus 4:4 irratti kan hundaaʼe dha—“Yeroo hunda Gooftaatti gammadaa. Ammas irra deebiʼeen dubbadha, gammadaa!”
Sanbadduraa
Sagantaan Sanbadduraa Faarfannaa 105:3 irratti kan hundaaʼe dha—“Maqaa isaa isa qulqulluudhaan of jajaa, garaan warra Waaqayyoon barbaadanii haa gammadu!”
Dilbata
Sagantaan Dilbataa Faarfannaa 37:4 irratti kan hundaaʼe dha—“Waaqayyotti gammachuu qabaadhu! Inni immoo kadhata garaa kee siif in kenna.”
Odeeffannoo
Odeeffannoo namoota walgaʼii naannoo irratti argaman gargaaru.