Jireenya Dhugaa
Buufadhu:
1. Ija ʼmantiitiin, waan haaraa hedduu waliin ilaaluuf jenna.
Homaaʼn sodaannu, walii wajjin taanee
Kottaa deemnee daawwanna.
Walumaan gaarattʼ ol baanee waan hedduu laalla.
Waan Yihowaarraa arganne daawwannee galla.
(BUUSAA DURA)
Gaʼeera, hawwiidhaan eegganna
(BUUSAA)
Yeroo mataa ol qabnee ililchinu, waan hundumaa ʼrgannee,
Yihowaan harkasaa nuuf balʼisee, yaadaan ni ʼlaalla.
Ni argina!
2. Namn hundumtuu jireenya haaraadhaaf manasaa ijaarrata.
Garaa guutuu gammadaa akka jiran hundumarraa mulʼata.
Hin dhangalaasnu matumaa, imimmaan gaddaa
Addunyaa haaraa waan seenneef gammanna, eeyyee.
(BUUSAA)
Yeroo mataa ol qabnee ililchinu, waan hundumaa ʼrgannee,
Yihowaan harkasaa nuuf balʼisee, Yaadaan ni ʼlaalla
Ni argina!
(CEESISA)
An ammaaf, yaadasaarrattan xiinxala, achiimmoo nan arga.
Wantootan eeggachaa ture nan arga
(BUUSAA)
Yeroo mataa ol qabnee ililchinu, waan hundumaa ʼrgannee,
Yihowaan harkasaa nuuf balʼisee, Yaadaan ni ʼlaalla
(BUUSAA)
Mataa ol qabannee ililchina, waan hundumaa ʼrgannee,
Yihowaan harkasaa nuuf balʼisee, Yaadaan ni ʼlaalla
Ni argina!
(XUMURA)
Jireenya — jireenya
Arganna.
Jireenya — jireenya
Arganna.
Jireenya — jireenya
Arganna.
Jireenya — jireenya
Arganna.