Hin Shakkin
Garagalfadhu:
1. Kadhachaa turte.
Lallabaa turte.
Amanamaa taatee waa hundaan.
Nu qorumsa kee hunda beekuu baannus,
Tokko tokkoon beeka Yihowaan.
(BUUSAA-DURA)
Kanaaf iddoo murtiitti yoo dhihaattu,
Kophaa hin taatu.
Amantii kee beeka Waaqni kee,
Fakkeenyummaa kee.
(BUUSAA)
‘Duuti jireenyi
Mootummoonnis jaalala Waaqaarraa gargar nun baasani.’
‘Kan dhufuuf jirus
Humnoonnis jaalala Waaqaarraa gargar nun baasani.’
Kanaaf hin shakkin
Si jaalata Waaqni.
2. Amanamaa dha.
Mamii hin qabdu.
Waaqatti hirkatte
Yoo qoramtu.
Diinonni hojicha dhorkuu yaalanis,
Kan si deggerantu ʼsaan caala.
(BUUSAA-DURA)
Kanaaf iddoo murtiitti yoo dhihaattu,
Kophaa hin taatu.
Amantii kee beeka Waaqni kee,
Fakkeenyummaa kee.
(BUUSAA)
‘Duuti jireenyi
Mootummoonnis jaalala Waaqaarraa gargar nun baasani.’
‘Kan dhufuuf jirus
Humnoonnis jaalala Waaqaarraa gargar nun baasani.’
Kanaaf hin shakkin
Si jaalata Waaqni.
si jaalata.
(CEESISA)
Barraaʼeera: ‘Waaqa keef jecha ʼkka dhiphattu’—
Isa jaalattuuf.
‘Dhumarratti garuu guutummaatti injifataa taata’—
Ni injifatta.
(BUUSAA)
‘Duuti jireenyi
Mootummoonnis jaalala Waaqaarraa gargar nun baasani.’
‘Kan dhufuuf jirus
Humnoonnis jaalala Waaqaarraa gargar nun baasani.’
‘Duuti jireenyi
Mootummoonnis jaalala Waaqaarraa gargar nun baasani.’
‘Kan dhufuuf jirus
Humnoonnis jaalala Waaqaarraa gargar nun baasani.’
Atis hin shakkin
Si jaalata Waaqni.