Asteer Ija Jabeettii Turte
Buufadhu:
1. Asteer ni ajajamti
Ijoollummaasheetti.
Mordekaayitu guddise,
Sirriitti barsiise.
Achiis akka tasaa
Mootuu taatee muudamte.
Asteer ammas hin sodanne.
Anis akkashee
(BUUSAA)
Ija jabeessa taʼuu
Nan barbaada akkashee
Yihowaadhaaf amanamte.
Anis akkumashee
Anis akkuma Asteer
Ajajamuun baradha.
Anis Akkumashee
Ija nan jabaadha.
2. Abbaan manaashee garuu,
Yihowaa hin beeku.
Taʼus isa kabajje;
kabaja argatte.
Yeroo sabni Waaqaa
Balaadhaaf saaxilametti
Ajajamtee, Mootiitti himte.
Anis akkashee:
(BUUSAA)
Ija jabeessa taʼuu
Nan barbaada akkashee
Yihowaaf amanamteetti.
Anis akkumashee
Anis akkuma Asteer
Ajajamuun baradha.
Anis Akkumashee
Ija nan jabaadha.