Dhimma ijoo ta'etti seeni

Seenaa Yoonaas Irraa Ija Jabinaa fi Gara Laafina Baranna

Yoonaas raajichi ajaja Yihowaan Nanawwee ishii magaalaa Asoor taatetti murtii akka labsu isaaf kenne raawwachuu dhiisuuf filatee ture; haa taʼu malee, taʼeewwan ajaaʼibsiisoon sana booda raawwataman, ija jabinnii fi gara laafinni dhugaan maal akka taʼe isa barsiisaniiru.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

FAKKEENYA AMANTIISAANII HORDOFAA

Yoonaas Dogoggorasaarraa Barateera

Yoonaas hojii isaaf kenname hojjechuu kan sodaate maaliif akka ta’e hubatteettaa? Seenaansaa, obsaafi araara Yihowaa ilaalchisee barumsa gaarii nuuf qabateera.

FAKKEENYA AMANTIISAANII HORDOFAA

Yoonaas Ooʼa Argisiisuu Barateera

Seenaan Yoonaas haqaan akka of qorru kan nu gargaaru akkamitti?

DUBBISA KITAABA QULQULLUU BIFA DIRAAMAATIIN QOPHAAʼE

Yommuu Yihowaan Isin Sirreessu Abdii Hin Kutatinaa! (Yoonaas 1:4-15; 3:1-4:11)